Monday 26 September 2011

Dabaree seenaa ummata oromoo by kiilolee birraa

Duraan dursee gara dabaree seenaa ummata oromoo kanatti baga nagaan dhuftan isiniin jechaa website kun seenaa ummata oromoo irratti xiyyeeffatee erga hojjachuu jalqabe yeroo muraasa lakkaawwatee jira.

barreeffama kana keessatti seenaa ummata oromoo kan yeroo dheeraa dura turee fii haala yeroo ammaa kana naannoo oromiyaa keessatti argamu irratti iccitiwwan jiran hunda saaxiluudhan hojjachaa kan jiru yommuu ta'u biyya keessas ta'ee biyyota alaa keessaa miseensota baayyee kan qabuu fii odeeffannoo haqaa irratti qulqullinaan hojjachaa akka jiruu fii fuula duraafis hojii isaa haala barbaachisaa ta'een hojjachuuf akkuma karoorfatee jirutti hojii sana itti fufee galmaan gahuuf tattaaffin godhamaa jirus guddaadha.

Egaa warri haala kana irratti biyya keessas taa'anii nu gargaaranii fii biyyota adda addaa keessa warri jiran maqaa baqattoota oromoo biyyota hundaatinjaallawwan gargaarsa nuuf godhaniif galata guddaa galchuun barbaada.